Haagayya 19/2014
Abbootiin Gadaa,Haawwonni siinqee fi Abbootiin Amantaa Godina Shawaa Bahaa Awaash Malkaasaarraa dhufan hojii yuunvarsiitii Arsii Hojjataa jiru bakkatti argamuun daawwataniiru!
Akkuma Atileetota keenna urjiitti; Ogeeyyii Beekkamoo!!!