Arsi University Mission, Vision, Moto and Values
Mission
Arsi University strives to bring sustainable development through practice-based teaching-learning process and conducting problem-solving research in collaboration with industries.
Vision
Becoming one of the most known and chosen Applied Science universities in East Africa by 2030
Moto
Like our star athletes, excelling professionals!
Values
1. Majority Respect
2. Practices Based
3. Quality Based
4. Team Work
5. Internationalization
6. Environmental security
7. Innovation
8. Professional ethics
Ergama,Mul’ata Mootoo fi Sonaawwan Yuunivarsiitii Arsii
Ergama
Yuunivarsiitiin Arsii adeemsa baruu baarsiisuu gocha irratti hundaa’e fayyadamuun; induustiriiwwan waliin qindaa’uun Qorannoowwan rakkoo hiikan gaggeessuun guddina walitti fufiinsa qabu fiduuf ni hojjata.
Mul’ata
Bara 2030tti Baha Afrikaatti Yuunivarsiitii Saayiinsii Appilaayidii beekkamaa fi filatamaa ta’ee argamuudha.
Mootoo
Akka Atileetota keenya urjii; Ogeeyyii beekkamoo!
Sona
1. Hedumina kabajuu
2. Gocha irratti kan hundaa’e
3. Qulqulina
4. Waliin hojjachuu
5. Intarnaashinaalaayizeeshinii
6. Eegumsa Naannoo
7. Kalaqa
8. Naamusa Ogummaa
የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ተልዕኮ፤ ራዕይ፤ መሪ ቃል እና እሴቶች
ተልዕኮ
አርሲ ዩኒቨርሲቲ ተግባር ተኮር የሆነ የመማር ማስተማር ዘዴን በመጠቀም፣ችግር ፈቺ ምርምሮችን በማካሄድ፣ ከኢንዱስትሪዎች ጋር የተቀናጀ የማህበረሰብ አገልግሎቶችን በመስጠት፣ ብቃት ያላቸውና በስነ-ምግባር የታነፁ ምሩቃንን በማፍራት ቀጣይነት ላለው የሀገሪቱ ዕድገት አስተዋፅኦ ለማበርከት ይተጋል::
ራዕይ
በ2022 ዓ.ም. በምስራቅ አፍሪካ ተዋቂና ተመራጭ የአፒላይድ ሳይንስ ዩኒቨርሲቲ ሆኖ መገኘት ነው::
መሪ ቃል
እንደ ከዋክብት አትሌቶቻችን፣ የላቁ ባለሞያዎችን!
እሴቶች
1. ብዝሀነትን ማክበር
2. ተግባር ተኮር
3. ጥራት ተኮር
4. በጋራ መስራት
5. አለም አቀፋዊነት
6. አካባቢያዊ ጥበቃ
7. ፈጠራ
8. ሙያዊ ስነምግባር