Hawaasa Yuuniivarsiitii Arsiitiif
Baga Gammaddan!
Feestiivaalii Ispoortii Yuuniivarsiistota Mootummaa irratti hirmaachaa kan jiru gareen ispoortii barattootaa Yuuniivarsiitii Arsii Amajjii 20/2017 dorgommii fiigicha 1500m kan dubartootaa 1ffaan xumuruun meedaliyaa warqee badhaafamanii jiru.
ለአርሲ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰብ
እንኳን ደስ አላችሁ!
በመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች የስፖርት ፌስቲቫል በመሳተፍ ላይ ያለው የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ስፖርት ቡድን ጥር 20/2017 በሴቶች 1500 ሜትር ሩጫ ውድድር 1ኛ በመውጣት የወርቅ ሜዳሊያ ተሸላሚ ሆኗል፡፡
Like Our Star Athletes; Excelling Professionals!