Dear Freshmen Students,
I would like to extend my heartfelt greetings and a warm welcome to each of you as you embark on this exciting journey at our university. I am truly grateful that you have chosen our institution as your first choice for higher education.
As you begin this new chapter, remember that you are now part of a vibrant community dedicated to your growth and success. We are here to support you every step of the way.
Welcome once again! I look forward to seeing all the incredible things you will accomplish during your time here.
Warm regards,
Like Our Star Athelets; Excelling Professionals!
Dr. Fikadu Mitiku Abdissa
Arsi university president
Ergaa Peresedaantii!
Barattoota keenya jaalatamoo Baga Nagaan Dhuftan!
Jaalatamtoota barattoota keenya haarawaa gara yuunivarsiitii keenyaa kan ramadamtan filannoo keessan jalqabaa nu taasistanii yuunivarsiitii keenyatti barachuuf ramadamuu keessaniif gammachuu natti dhagahame ibsaa isinis baga gammaddan!
Gara yuunivarsiitii keenyaa dhuftanii imala barnoota keessanii yeroo eegaltan hawaasni yuunivarsiitii keenyaa waan hundaan isin gargaaruufi hawwii keessan galmaan ga’uuf isin waliin jiraachuu siniif mirkaneessa.
Irra deebiin anaa dhufu siniin jechaa bara barnoota gaarii akka dabarsitan siniif hawwa.
Like Our Star Athelets; Excelling Professionals!
Dr. Fikaaduu Mitikkuu
Peresedaantii Yuunivarsiitii Arsii
የፕሬዚዳንቱ መልእክት
ውድ አዲስ ተማሪዎቻችን
አርሲ ዩኒቨርሲቲን የመጀመሪያ ምርጫችሁ አድርጋችሁ በዩንቨርስቲያችን
ይህን አስደሳች ጉዞ ስትጀምሩ ልባዊ ሰላምታዬን እና ሞቅ ያለ አቀባበል ላቀርብላችሁ እወዳለሁ።
ወደ ዩኒቨርሲቲያችን በመምጣት ይህን አዲስ የአካዳሚክ ጉዞዎን ሲትጀምሩ የዩኒቨርሲቲያችን ማህበረሰብ አላማችሁን ለማሳካት በሁሉም መንገድ ከጎናችሁ እንደምንሆን ላረጋግጥላችሁ እፈልጋለሁ!
በድጋሚ እንኳን ደህና መጣችሁ! መልካም የትምህርት ዘመን።
Like Our Star Athelets; Excelling Professionals!
ዶ/ር ፍቃዱ ምትኩ
የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት