Monday, 24 May 2021 13:17

ዩኒቨርሲቲው በሜጋ ፕሮጄክት ትልመ ጥናት አጻጻፍ ላይ ለመምህራን ሥልጠና ሰጠ፡፡

Written by
Rate this item
(1 Vote)

አርሲ ዩኒቨርሲቲ በሜጋ ፕሮጄክት ፕሮፖዛል አጻጻፍ ላይ ለዩኒቨርሲቲው መምህራን ተከታታይ ሥልጠናዎችን ሰጥቷል፡፡ የመጀመሪያው ስልጠና የተሰጠው በዩኒቨርሲቲው ሥር ለሚገኙት ሁሉም ኮሌጆችና ለሕግ ትምህርት ቤት መምህራን ሲሆን ስልጠናውን የተሰጠው በሜጋ ፕሮጄክት ትልመ ጥናት አጻጻፍ ላይ ነው፡፡ ስልጠናውን የሰጡት ከተለያዩ ዩኒቨርሲቲዎች የመጡ ልምድ ያላቸው ባለሙያዎች ናቸው፡፡ በስልጠናው ከተሳተፉት 150 መምህራን መካከል 20ዎቹ ሴቶች ሲሆኑ ስልጠናው አላማ የመምህራንን አቅም በመገንባትና የምርምር ችሎታቸውን በማሳደግ ችግር ፈቺ ምርምሮችን እንዲያበረክቱ ለማስቻል ነው፡፡  ይህንን ስልጠና በንግግር የከፈቱት ዶ/ር አደም ከድር የምርምርና ማኅበረሰብ አገልግሎት ምክትል ፕሬዝዳንት ናቸው፡፡ ዶ/ር አደም በዚሁ ንግግራቸው ስልጠናው የአካዳሚክና የማኅበረሰብ አገልግሎት ስራዎችን ለመስራት ትልቅ አስተዋጽኦ እንዳለው ገልጸዋል፡፡

በተጨማሪም በተለያዩ ምክንያቶች በስልጠናው ላልተሳተፉት 30 ሴት መምህራን ከግንቦት 13 እስከ 14 ቀን 2013 ዓ. ም ለሁለት ቀናት መሠረታዊ  የሳይንሳዊ ምርምር አጻጻፍ ስልጠናው ተሰጥቷል፡፡ ስልጠናውን የሰጡት የምርምርና ሕትመት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር የሆኑት ተባባሪ ፕሮፌሰር መሐመድአወል ቃሶ እና ከስታቲስቲክስ ትምህር ክፍል ረዳት ፕሮፌሰር ሙዘይን አህመድ ናቸው፡፡ በስልጠናው ላይ የተገኙት ዶ/ር አደም ከድር ባስተላለፉት መልእክት ስልጠናው መምህራን በስልጠናው ታግዛችሁ የትምህርት እድል ያላገኙ እህቶቻችንን ችግር መቅረፍ ያስችላችኋል በማለት አስፈላጊነት ገልጸዋል፡፡

 

Leenjiin Dandeettii Raawwachiisumma cimsu Barsiisotaaf Kenname

Yunivarsiitii Arsiitti bara barnootaa 2013 keessa haala adda ta’een danddeettii raawwaachiisummaa barsiisotaa gama hundaan cimsuuf mata dureewwaan  akkaataa qorannoowwan gurgoddaan itti barreeffamuu fi maloota wixinee fandii gurguddaa maddiisiisu ittiin bocamu  irratti  leenjiin kennamee jira. Leenii kan kan kennan ogeeyyii dhimmoota kanarratti muuxannoo olaanaa qaban dhaabbilee fi Yunivarsiitota garagaraa irraa affeeraman yoo ta’an leenjitoonnii leenjii kanarraa hubannoo guddaa kan argatan ta’uu ibsanii jiru. Leenii kana kan fudhatan barsiisota kolleejjota hunda irraa walitti babba’an 150 yoo ta’an kanneen keessaa 20n barsiisota dubartootati.

Dabalataan harcaatii nannoo barsiisota dubartootaatti mul’atu furuuf leenjiin barsiisota dubartootaa qofaaf kophatti guyyoota lamaaf kennamee jira. Barsisonni dubartootaa leenjii duraa irratti sababa garagaraatiin hin hirmaatin 26 leenjii kana kan fudhatan yoo ta’u mata duree Malleen bu’uuraa qorannoon saayinsaawaa ittiin barreeffamu kan jedhu irratti.  Dr. Aadam Kadiir Itti Aanaa pirezidaantii dhimma qorannoo fi tajaajila hawaasummaa Yunivarsiitii Arsii leenjicha wayita haasaan banan barsiisonni dubartootaa hojii baruu fi barsiisuu fi tajaajila hawaasummaa cinaatti dubartoota sababa adda addaatiin barnoota isaanii adda kutnii fi kanneen hojii adda addaa irratti bobba’aniif fakkeenya gaarii ta’uu dandeessan jedhannii jiru.

Leenii kana kan kennan daayirektara daayirektoreetii qorannoo fi maxxansaalee kan ta’a Gargaaraa  Dursaa Proofeser Muhaammadawwal Qaasoo fi diinii barattoota waggaa jalqabaa Gargaaraa Proofeser  Muzayyin Ahmad  yoo ta’an barsiisonni leenjii  kanarraa barnoota olaanaa argachuu isaanii ragaa bahanii jiru. Leenichi Caamsaa 13-14/2013 ALI itti koleejjii saayinsii fayyaatti kenname.

Read 265 times Last modified on Wednesday, 26 May 2021 06:23

Leave a comment

Make sure you enter all the required information, indicated by an asterisk (*). HTML code is not allowed.