Thursday, 02 April 2020 14:46

Yuunivarsiitiin Arsii Vaayireesii Koronaa ittisuu ilaalchisee hubannoo kennaa jira

Written by
Rate this item
(0 votes)

Yuunivarsiitiin Arsii Vaayireesii Koronaa ittisuu ilaalchisee hubannoo kennaa jira

Yuunivarsiitiin Arsii tatamsa’ina Vaayireesii Koronaa ittisuu fi akka hin babala’nne hojii hubannoo uumuu baldhinaan adeemsisaa jira. Haaluma kanaan seensa balbala koollajjootaa hundaa, gamoowwan bulmaata barattootaa, mana nyaataa, kaafiteeriyaawwan fi kan kana fakkaatanitti bishaanii fi saamunaa qopheessun barattoota fi hawaasni Yuunivarsiitii akkasumas qaamota dhimma garagaraatiif dhufaniif tajaajilli harka dhiqannaa taasifamee jira.
Dabalataanis buufata konkolaataa magaala Asallaa fi iddoowwan uummatni itti baayatanitti hojii harka dhiqachuu fi hubannoo qabsiisuu raawwatamee jira. Kana malees sagalee guddistuu fayyadamuun daandiiwwan gurguddoo magaala Asallaa keessatti argaman maraafi aanota 17 fi magaalota xixiqqoo 40 aanicha keessatti argaman keessa naanna’uun hojiin hubannoo qabsiisuu fi eerggaawwan tarkaanfii ittisuu irratti fudhatamuu qabu akka darbu ta’ee jira.

የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ኮሮና ቫይረስን የመከላከልና ግንዛቤ የማስጨበጥ ተግባርን እያካሄድ ነው፡፡

የአርሲ ዩኒቨርሲቲ የኮሮና ቫይረስ ስርጭትን ለመግታትና ለመከላከል የሚረዱ ተግባራትን በተጠናከረ ሁኔታ በማካሄድ ላይ ይገኛል፡፡ ቀደም ሲል በሁሉም ካምፓሶቹ መግቢያ በሮች፣ በተማሪዎች ማደሪያ ህንጻዎች፣ በምግብ ቤቶች፣ በካፊቴሪያዎችና በመሳሰሉት ቦታዎች ውሃና ሳሙና በማቅረብ ተማሪዎችና የዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ እንዲሁም ለተለያዩ ጉዳዮች ወደ ካምፓሶቹ ይመጡ የነበሩ ባለጉዳዮች እጃቸውን በውሃና በሳሙና እንዲታጠቡ ከማድረጉም በላይ በአሰላ ከተማ በመናኸሪያና ህዝብ በሚበዛባቸው አደባባዮች እጅ የማስታጠብና ግንዛቤ የማስጨበጥ ተግባራትን ማከናወኑ ይታወሳል፡፡
በአሁን ጊዜም በሁለት ተሽከርካሪዎች ላይ በተገጠሙ የድምጽ ማጉሊያዎች (Montarbo) በአሰላ ክተማ ጎዳናዎች ላይ እንዲሁም በዞኑ ውስጥ በሚገኙ 17 ወረዳዎችና 40 ከተሞች በመዘዋወር ስለኮሮና ቫይረስ መሰረታዊ ግንዛቤ የማስጨበጥ ስራዎችንና ሊወሰዱ ስለሚገባቸው የጥንቃቄ እርምጃዎች መልእክቶችን በማስተላለፍ ላይ ይገኛል፡፡

Read 1101 times

Leave a comment

Make sure you enter all the required information, indicated by an asterisk (*). HTML code is not allowed.