Thursday, 02 April 2020 14:41

Arsi university has committed three Ambulances for communities

Written by
Rate this item
(0 votes)

Arsi university has committed three Ambulances , recently provided by MoH, for the community services and emergency against Coronavirus .The university acknowledges MoH that has covered half of the costs for the three Ambulances (Arsi university has paid only 1.5 million Birr). Great thanks to MoH.

Ambuulaansonni Haaroftii Hojiitti Bobba’an

Ambuulaansonni haarofti Ministeerri Fayyaa Hoospitala Asallaatiif kenne sadi (3) hojiitti bobba’anii jiru. Yuunivarsiitichi Ambulaansota sadeeniif qarshii miiliyoona 1.5 kan kaffale yoo ta’u kan hafe kan kaffale Ministeera Fayyaati. Haaluma kanaan Ambuulaansii tokko yaalii dhukkubsatoota Dhibee Vaayireesii Koronaatiif, tokko hoospitaala Asallaatiif, sadaffan immoo tajaajila adda addaatiif ramadamee jira. Yuunivarsiitiin Arsii gargaarsa Ministeerri Fayyaa taasiseef galata galchee jira.

አዳዲሶቹ አምቡላንሶች ስራ ጀመሩ፡፡

የጤና ሚኒስቴር ለአሰላ ሆስፒታል የሰጠው ሶስት አምቡላንሶች ስራ ጀምረዋል፡፡ በዚሁ መሰረት አንዱ አምቡላንስ ለአሰላ ከተማና አካባቢው ማህበረሰብ ግልጋሎት እንዲሰጥ ለኮሮና ቫይረስ (ኮቪድ - 19) ህክምና መስጫነት ለተለየው የሃሊላ ጤና ጣቢያ ሲመደብ ሁለተኛው ለአሰላ ሆስፒታል እና ሶስተኛው ደግሞ ለአካባቢው ህዝብ አገልግሎት ተመድቧል፡፡ የአምቡላንሶቹን ግማሽ ዋጋ የሸፈነው የጤና ሚኒስቴር ሲሆን የአረሲ ዩኒቨርሲቲ ለሶስቱ አምቡላንሶች 1∙5 ሚሊዮን ብር ከፍሏል፡፡ የአርሲ ዩኒቨርሲቲ የጤና ሚኒስቴር ላደረገለት ድጋፍ ምስጋ አቅርቧል፡፡

Read 974 times Last modified on Thursday, 02 April 2020 14:46

Leave a comment

Make sure you enter all the required information, indicated by an asterisk (*). HTML code is not allowed.